LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 29:2-4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Mana Waaqa kootiif wanta warqiidhaan hojjetamuuf warqii, wanta meetiidhaan hojjetamuuf meetii, wanta sibiila diimaadhaan hojjetamuuf sibiila diimaa, wanta sibiilaan hojjetamuuf+ sibiila, wanta saanqaadhaan hojjetamuuf saanqaa,+ dhagoota oniiksii,* dhagoota leeleedhaan* maxxanfaman, dhagoota xixinnoo halluu adda addaa qabanii fi waa miidhagsuuf oolan, dhagoota gatii guddaa qaban garaa garaa fi dhagoota albaasxiroosii baayʼinaan qopheessuuf carraaqqii cimaa godheera. 3 Mana Waaqa kootiif jaalala waanan qabuuf,+ wantan mana qulqulluu kanaaf qopheesse hunda malees, warqii fi meetii isa qabeenya dhuunfaa+ koo taʼe mana Waaqa kootiitiif nan kenna; 4 dabalataanis girgiddaawwan kutaawwan manichaatti akka maxxanfamaniif warqii taalaantii* 3,000 isa Ofiir+ irraa dhufee fi meetii qulqulluu taalaantii 7,000,

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi