-
2 Saamuʼel 8:11, 12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Daawit Mootichi miʼawwan kana meetii fi warqii saboota toʼannaa isaa jala galfate hundumaa irraa fudhatee turee wajjin Yihowaadhaaf ni qulqulleesse;+ 12 miʼawwan kunis warra inni Sooriyaa, Moʼaab,+ Amoonota, Filisxeemotaa+ fi Amaaleqota+ irraa fudhate, akkasumas Hadaadʼezeer+ ilma Rehoob mootii Zoobaa irraa boojiʼe turan.
-