2 Saamuʼel 3:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Inni lammaffaan Kileʼaab* isa Abigaayil+ ishiin haadha manaa Naabaal Qarmeelosichaa turte sun deesse dha; inni sadaffaan Abishaalom+ ilma Maʼaakaa ti; ishiin intala Taalmaay+ isa mootii Geeshur taʼe sanaa ti. 2 Saamuʼel 13:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Abishaalom ilmi Daawit obboleettii bareedduu Taamaar+ jedhamtu qaba ture; Amnoon+ ilmi Daawitis jaalala ishiitiin qabame.
3 Inni lammaffaan Kileʼaab* isa Abigaayil+ ishiin haadha manaa Naabaal Qarmeelosichaa turte sun deesse dha; inni sadaffaan Abishaalom+ ilma Maʼaakaa ti; ishiin intala Taalmaay+ isa mootii Geeshur taʼe sanaa ti.
13 Abishaalom ilmi Daawit obboleettii bareedduu Taamaar+ jedhamtu qaba ture; Amnoon+ ilmi Daawitis jaalala ishiitiin qabame.