-
Leewwota 18:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 “‘Intala abbaa keetiis taate intala haadha teetii, mana keessatti kan dhalattes taate alaa kan dhalatte, obboleettii tee wajjin saalqunnamtii hin raawwatin.+
-
-
Keessa Deebii 27:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 “‘Intala abbaa isaas taate intala haadha isaa, namni obboleettii isaa wajjin ciisu abaaramaa haa taʼu.’+ (Namoonni hundis, ‘Ameen!’ jedhanii deebisu.)
-