-
Fakkeenya 26:24-26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Namni warra kaan jibbu afaan isaatiin jibba isaa ni dhoksa,
Keessa isaatti garuu gowwoomsaa qabata.
25 Garaa isaa keessa wantoonni jibbisiisoo taʼan torba waan jiraniif,*
Gaarummaadhaan kan dubbatu taʼus isa hin amanin.
26 Jibbi isaa gowwoomsaadhaan kan haguugame taʼus,
Hamminni isaa gumii keessatti ni saaxilama.
-