Faarfannaa 28:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Hamoota warra wanta nama miidhu raawwatanii wajjin na hin gatin;+Isaan utuma garaa isaanii keessa hamminni jiruu, namootaa wajjin waaʼee nagaa dubbatu.+ Faarfannaa 62:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Isaan iddoo isaa isa ol kaʼaa* irraa isa kuffisuuf waliin mariʼatu;Isaan sobatti gammadu. Afaan isaaniitiin ni eebbisu, keessa isaaniitti garuu ni abaaru.+ (Seelaa)
3 Hamoota warra wanta nama miidhu raawwatanii wajjin na hin gatin;+Isaan utuma garaa isaanii keessa hamminni jiruu, namootaa wajjin waaʼee nagaa dubbatu.+
4 Isaan iddoo isaa isa ol kaʼaa* irraa isa kuffisuuf waliin mariʼatu;Isaan sobatti gammadu. Afaan isaaniitiin ni eebbisu, keessa isaaniitti garuu ni abaaru.+ (Seelaa)