Faarfannaa 62:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Isaan iddoo isaa isa ol kaʼaa* irraa isa kuffisuuf waliin mariʼatu;Isaan sobatti gammadu. Afaan isaaniitiin ni eebbisu, keessa isaaniitti garuu ni abaaru.+ (Seelaa)
4 Isaan iddoo isaa isa ol kaʼaa* irraa isa kuffisuuf waliin mariʼatu;Isaan sobatti gammadu. Afaan isaaniitiin ni eebbisu, keessa isaaniitti garuu ni abaaru.+ (Seelaa)