Faarfannaa 5:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Wanti isaan jedhan kam iyyuu amanamuu hin dandaʼu,Hammina malee homtuu isaan keessa hin jiru,Qoonqoon isaanii awwaala baname dha,Arraba isaaniitiin sobanii warra kaan jaju.*+ Faarfannaa 28:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Hamoota warra wanta nama miidhu raawwatanii wajjin na hin gatin;+Isaan utuma garaa isaanii keessa hamminni jiruu, namootaa wajjin waaʼee nagaa dubbatu.+ Faarfannaa 55:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Dubbiin isaa dhadhaa caalaa lallaafa,+Garaa isaa keessa garuu lolatu jira. Dubbiin isaa zayitii caalaa laafaa dha,Taʼus goraadee luqqifame dha.+
9 Wanti isaan jedhan kam iyyuu amanamuu hin dandaʼu,Hammina malee homtuu isaan keessa hin jiru,Qoonqoon isaanii awwaala baname dha,Arraba isaaniitiin sobanii warra kaan jaju.*+
3 Hamoota warra wanta nama miidhu raawwatanii wajjin na hin gatin;+Isaan utuma garaa isaanii keessa hamminni jiruu, namootaa wajjin waaʼee nagaa dubbatu.+
21 Dubbiin isaa dhadhaa caalaa lallaafa,+Garaa isaa keessa garuu lolatu jira. Dubbiin isaa zayitii caalaa laafaa dha,Taʼus goraadee luqqifame dha.+