-
Iyyaasuu 12:4, 5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Kana malees, naannoo Oog+ mootii Baashaan isa namoota Refaayim+ warra dhumaa keessaa tokko turee fi Ashtaarotii fi Edraay keessa jiraachaa ture 5 isa Gaara Hermoon, Saalekaa fi guutummaa Baashaan+ keessatti hamma daangaa Geeshurotaa fi Maʼaakaatotaatti,+ akkasumas walakkaa Giiliyaad hamma naannoo Sihoon mootii Heshboonitti+ bulchaa ture sanaa.
-
-
2 Saamuʼel 14:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Sana booda Yoʼaab kaʼee gara Geeshur+ dhaqee Abishaalomiin gara Yerusaalemitti fide.
-