Baʼuu 19:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Ammas isin of eeggannoodhaan sagalee kootiif yoo ajajamtanii fi kakuu koo yoo eegdan, guutummaan lafaa kan koo waan taateef,+ isin dhugumaan saboota hundumaa keessaa anaaf qabeenya addaa* ni taatu.+ Lakkoofsa 6:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Akkan isaan eebbisuufis+ isaan maqaa koo saba Israaʼel irra haa kaaʼan.”+
5 Ammas isin of eeggannoodhaan sagalee kootiif yoo ajajamtanii fi kakuu koo yoo eegdan, guutummaan lafaa kan koo waan taateef,+ isin dhugumaan saboota hundumaa keessaa anaaf qabeenya addaa* ni taatu.+