-
2 Saamuʼel 17:15, 16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Boodas Hushaay Saadoqii fi Abiyaataar+ warra luboota taʼaniin akkana jedhe: “Ahitoofel akkana akkana jedhee Abishaalomii fi jaarsolii Israaʼel gorseera; ani immoo gorsa akkana akkana jedhu kenneera. 16 Amma hatattamaan Daawititti dhaamsa ergaatii, ‘Harʼa galgala malkaawwan* lafa onaa keessa jiran keessa hin bulin; dafiitii gamatti ceʼi; taʼuu baannaan, mootichii fi namoonni isaa wajjin jiran hundi ni balleeffamu’* jedhaatii isa akeekkachiisaa.”+
-