2 Saamuʼel 18:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Ahimaʼaaz+ ilmi Saadoqis, “Yihowaan diinota isaa irraa bilisa isa baasuudhaan murtii haqaa waan isaaf kenneef, maaloo, fiigee dhaqeen oduu kana mootichatti hima” jedhe.+
19 Ahimaʼaaz+ ilmi Saadoqis, “Yihowaan diinota isaa irraa bilisa isa baasuudhaan murtii haqaa waan isaaf kenneef, maaloo, fiigee dhaqeen oduu kana mootichatti hima” jedhe.+