-
2 Saamuʼel 15:35, 36Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
35 Saadoqii fi Abiyaataar warri luboota taʼan sii wajjin achi jiru mitii? Wanta mana mootichaatii dhageessu hundumaa Saadoqii fi Abiyaataar warra luboota taʼanitti himi.+ 36 Kunoo, ilmaan isaanii lamaan, jechuunis Ahimaʼaaz+ ilmi Saadoqii fi Yonaataan+ ilmi Abiyaataar isaanii wajjin achi jiru; wanta dhageessu hundumaa karaa isaanii natti ergi.”
-