2 Saamuʼel 17:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yonaataanii+ fi Ahimaʼaaz,+ namni akka isaan hin argine waan sodaataniif, magaalattiidhaa ala Een Rogeel+ keessa taaʼu turan; kanaafuu, tajaajiltuun takka deemtee isaanitti himte; isaanis dhimma kana Daawit Mootichatti himuuf deeman. 1 Mootota 1:42 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 42 Utuma inni dubbachaa jiruus, Yonaataan+ ilmi Abiyaataar lubichaa ni dhufe. Achiis Adoniyaan, “Ol seeni, ati nama gaarii* waan taateef oduu gaarii fiddee dhuftee taʼuu qaba” isaan jedhe.
17 Yonaataanii+ fi Ahimaʼaaz,+ namni akka isaan hin argine waan sodaataniif, magaalattiidhaa ala Een Rogeel+ keessa taaʼu turan; kanaafuu, tajaajiltuun takka deemtee isaanitti himte; isaanis dhimma kana Daawit Mootichatti himuuf deeman.
42 Utuma inni dubbachaa jiruus, Yonaataan+ ilmi Abiyaataar lubichaa ni dhufe. Achiis Adoniyaan, “Ol seeni, ati nama gaarii* waan taateef oduu gaarii fiddee dhuftee taʼuu qaba” isaan jedhe.