2 Saamuʼel 15:36 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 Kunoo, ilmaan isaanii lamaan, jechuunis Ahimaʼaaz+ ilmi Saadoqii fi Yonaataan+ ilmi Abiyaataar isaanii wajjin achi jiru; wanta dhageessu hundumaa karaa isaanii natti ergi.” 2 Saamuʼel 17:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yonaataanii+ fi Ahimaʼaaz,+ namni akka isaan hin argine waan sodaataniif, magaalattiidhaa ala Een Rogeel+ keessa taaʼu turan; kanaafuu, tajaajiltuun takka deemtee isaanitti himte; isaanis dhimma kana Daawit Mootichatti himuuf deeman.
36 Kunoo, ilmaan isaanii lamaan, jechuunis Ahimaʼaaz+ ilmi Saadoqii fi Yonaataan+ ilmi Abiyaataar isaanii wajjin achi jiru; wanta dhageessu hundumaa karaa isaanii natti ergi.”
17 Yonaataanii+ fi Ahimaʼaaz,+ namni akka isaan hin argine waan sodaataniif, magaalattiidhaa ala Een Rogeel+ keessa taaʼu turan; kanaafuu, tajaajiltuun takka deemtee isaanitti himte; isaanis dhimma kana Daawit Mootichatti himuuf deeman.