2 Saamuʼel 15:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Mootichis Saadoq lubichaan akkana jedhe: “Ati nama mulʼata argu mitii?+ Nagaadhaan gara magaalattiitti deebiʼi; ilmaan keessan lamaan, jechuunis Ahimaʼaaz ilma kee fi Yonaataan+ ilma Abiyaataariin fudhadhuutii deebiʼi. 2 Saamuʼel 15:36 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 Kunoo, ilmaan isaanii lamaan, jechuunis Ahimaʼaaz+ ilmi Saadoqii fi Yonaataan+ ilmi Abiyaataar isaanii wajjin achi jiru; wanta dhageessu hundumaa karaa isaanii natti ergi.” 2 Saamuʼel 18:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Ahimaʼaaz+ ilmi Saadoqis, “Yihowaan diinota isaa irraa bilisa isa baasuudhaan murtii haqaa waan isaaf kenneef, maaloo, fiigee dhaqeen oduu kana mootichatti hima” jedhe.+
27 Mootichis Saadoq lubichaan akkana jedhe: “Ati nama mulʼata argu mitii?+ Nagaadhaan gara magaalattiitti deebiʼi; ilmaan keessan lamaan, jechuunis Ahimaʼaaz ilma kee fi Yonaataan+ ilma Abiyaataariin fudhadhuutii deebiʼi.
36 Kunoo, ilmaan isaanii lamaan, jechuunis Ahimaʼaaz+ ilmi Saadoqii fi Yonaataan+ ilmi Abiyaataar isaanii wajjin achi jiru; wanta dhageessu hundumaa karaa isaanii natti ergi.”
19 Ahimaʼaaz+ ilmi Saadoqis, “Yihowaan diinota isaa irraa bilisa isa baasuudhaan murtii haqaa waan isaaf kenneef, maaloo, fiigee dhaqeen oduu kana mootichatti hima” jedhe.+