1 Mootota 1:42 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 42 Utuma inni dubbachaa jiruus, Yonaataan+ ilmi Abiyaataar lubichaa ni dhufe. Achiis Adoniyaan, “Ol seeni, ati nama gaarii* waan taateef oduu gaarii fiddee dhuftee taʼuu qaba” isaan jedhe.
42 Utuma inni dubbachaa jiruus, Yonaataan+ ilmi Abiyaataar lubichaa ni dhufe. Achiis Adoniyaan, “Ol seeni, ati nama gaarii* waan taateef oduu gaarii fiddee dhuftee taʼuu qaba” isaan jedhe.