LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 19:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Daawit garuu, “Isin yaa ilmaan Zeruuyaa, harʼa anaan kan mormitan, dhimma kana keessa maaltu isin galchee ti?+ Harʼa Israaʼel keessatti namni ajjeefamuu qabaa? Ani deebiʼee Israaʼel irratti mootii kanan taʼe harʼa mitii?” jedhe.

  • 1 Mootota 2:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 “Atis wanta Yoʼaab ilmi Zeruuyaa na irratti raawwate, wanta inni ajajjoota raayyaa waraanaa Israaʼel lamaan, jechuunis Abneer+ ilma Neerii fi Amaasaa+ ilma Yeteer irratti raawwate akka gaariitti beekta. Inni isaan ajjeesuudhaan waraanni utuu hin jiraatin yeroo nagaatti dhiiga dhangalaaseera;+ akkasumas qabattoo mudhii isaatti hidhatee fi kophee miila isaatti kaaʼate dhiiga yeroo waraanaatti dhangalaʼuun faaleera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi