Faarfannaa 37:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Dheekkamsa irraa of dhowwi, aariis dhiisi;+Aartee wanta hamaa raawwachuutti hin gorin.* 1 Pheexiros 2:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yommuu isa arrabsan+ deebisee hin arrabsine.+ Yommuu rakkinni isa irra gaʼettis+ hin doorsisne; kanaa mannaa, isa qajeelinaan murteessu+ sanatti imaanaadhaan of kenne.
23 Yommuu isa arrabsan+ deebisee hin arrabsine.+ Yommuu rakkinni isa irra gaʼettis+ hin doorsisne; kanaa mannaa, isa qajeelinaan murteessu+ sanatti imaanaadhaan of kenne.