Fakkeenya 14:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Namni dafee hin aarre hubannaa guddaa qaba,+Namni obsa hin qabne garuu gowwummaa isaa argisiisa.+ Efesoon 4:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Dheekkamaa, garuu cubbuu hin hojjetinaa;+ utuu aartanii jirtanii aduun isinitti hin lixin;+