Fakkeenya 25:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Namni aarii isaa toʼachuu hin dandeenye,*Akkuma magaalaa dallaan ishii diigamee ti.+ Fakkeenya 29:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Namni gowwaan miira* isaa hundumaa gad baasa,+Namni ogeessi garuu tasgabbiidhaan miira isaa qora.+ Lallaba 7:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Aariin bobaa gowwootaa jala waan jiruuf,*+ aariidhaaf hin ariifatin.*+
11 Namni gowwaan miira* isaa hundumaa gad baasa,+Namni ogeessi garuu tasgabbiidhaan miira isaa qora.+