LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 4:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Qaayinii fi aarsaa isaa gammachuudhaan hin ilaalle. Kanaafuu, Qaayin aaree bobaʼe, ni gaddes.*

  • Asteer 5:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Guyyaa sanatti Haamaan gammadee miirri gaariin isatti dhagaʼamee baʼee deeme. Haa taʼu malee, Haamaan Mordekaayiin karra mootichaa biratti yommuu ilaalu, akka inni isaaf hin kaanee fi isa duratti hin hollanne yommuu argu Mordekaayitti baayʼee aare.+

  • Fakkeenya 14:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Namni dafee aaru gocha gowwummaa raawwata,+

      Namni of eeggannoodhaan wanta tokko irratti yaadu* garuu ni jibbama.

  • Fakkeenya 14:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Namni dafee hin aarre hubannaa guddaa qaba,+

      Namni obsa hin qabne garuu gowwummaa isaa argisiisa.+

  • Fakkeenya 29:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Namni gowwaan miira* isaa hundumaa gad baasa,+

      Namni ogeessi garuu tasgabbiidhaan miira isaa qora.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi