LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Asteer 3:2-5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Mootichi isa ilaalchisee ajaja kennee waan tureef, tajaajiltoonni mootichaa warri karra mootichaa bira jiran hundi Haamaaniif gombifamanii sagadu turan. Mordekaay garuu isa duratti gombifamuus taʼe isaaf sagaduu dide. 3 Kanaafuu, tajaajiltoonni mootichaa warri karra mootichaa bira turan Mordekaayiin, “Ati ajaja mootichaa kan tuffattu maaliifi?” jedhanii gaafatan. 4 Isaan guyyuma guyyaadhaan akkanuma jechaa isa gaafatu turan; inni garuu isaan hin dhagaʼu ture. Inni Yihudii+ taʼuu isaa isaanitti himee waan tureef, gochi Mordekaay akka laayyootti kan ilaalamu taʼuu fi dhiisuu isaa ilaaluuf+ jecha dhimma kana Haamaanitti himan.

      5 Haamaanis Mordekaay gombifamee isaaf sagaduu akka dide yommuu argu baayʼee aare.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi