Fakkeenya 12:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Namni gowwaan aarii isaa yeruma sana* ibsa,+Namni abshaalli garuu arrabsoo tuffatee bira darba.* Fakkeenya 16:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Namni dafee hin aarre+ nama jabaa irra,Namni aarii isaa toʼatus* nama magaalaa injifatu irra wayya.+
32 Namni dafee hin aarre+ nama jabaa irra,Namni aarii isaa toʼatus* nama magaalaa injifatu irra wayya.+