Fakkeenya 14:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Namni dafee hin aarre hubannaa guddaa qaba,+Namni obsa hin qabne garuu gowwummaa isaa argisiisa.+ Yaaqoob 1:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Yaa obboloota koo jaallatamo, kana beekaa: Namni hundi dhaggeeffachuuf ariifataa, dubbachuuf suuta jedhaa,+ dheekkamuufis suuta jedhaa+ haa taʼu;
19 Yaa obboloota koo jaallatamo, kana beekaa: Namni hundi dhaggeeffachuuf ariifataa, dubbachuuf suuta jedhaa,+ dheekkamuufis suuta jedhaa+ haa taʼu;