Fakkeenya 10:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Dubbiin yoo baayʼate, dogoggora hambisuun hin dandaʼamu,+Namni arraba isaa toʼatu hundi garuu of eeggataa dha.+ Fakkeenya 17:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Namni beekumsa qabu qusatee dubbata,+Namni hubannaa qabus tasgabbaaʼaa dha.*+
19 Dubbiin yoo baayʼate, dogoggora hambisuun hin dandaʼamu,+Namni arraba isaa toʼatu hundi garuu of eeggataa dha.+