Fakkeenya 10:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Dubbiin yoo baayʼate, dogoggora hambisuun hin dandaʼamu,+Namni arraba isaa toʼatu hundi garuu of eeggataa dha.+ Yaaqoob 1:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Yaa obboloota koo jaallatamo, kana beekaa: Namni hundi dhaggeeffachuuf ariifataa, dubbachuuf suuta jedhaa,+ dheekkamuufis suuta jedhaa+ haa taʼu;
19 Dubbiin yoo baayʼate, dogoggora hambisuun hin dandaʼamu,+Namni arraba isaa toʼatu hundi garuu of eeggataa dha.+
19 Yaa obboloota koo jaallatamo, kana beekaa: Namni hundi dhaggeeffachuuf ariifataa, dubbachuuf suuta jedhaa,+ dheekkamuufis suuta jedhaa+ haa taʼu;