Fakkeenya 12:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Namni gowwaan aarii isaa yeruma sana* ibsa,+Namni abshaalli garuu arrabsoo tuffatee bira darba.* Fakkeenya 25:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Namni aarii isaa toʼachuu hin dandeenye,*Akkuma magaalaa dallaan ishii diigamee ti.+