1 Saamuʼel 20:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Yeroo kanatti Saaʼol isa ajjeesuuf eeboo itti darbate;+ yeroo kanatti, Yonaataan abbaan isaa Daawitiin ajjeesuuf murteessuu isaa ni beeke.+ Fakkeenya 16:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Namni dafee hin aarre+ nama jabaa irra,Namni aarii isaa toʼatus* nama magaalaa injifatu irra wayya.+ Fakkeenya 22:24, 25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Nama dafee aarutti hin michoominYookiin nama dheekkamsa jaallatuu wajjin hin taʼin;25 Kunis, akka ati matumaa daandii isaa hin baranneefKiyyoo keessas akka of* hin galchineefi.+ Fakkeenya 29:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Namni gowwaan miira* isaa hundumaa gad baasa,+Namni ogeessi garuu tasgabbiidhaan miira isaa qora.+
33 Yeroo kanatti Saaʼol isa ajjeesuuf eeboo itti darbate;+ yeroo kanatti, Yonaataan abbaan isaa Daawitiin ajjeesuuf murteessuu isaa ni beeke.+
32 Namni dafee hin aarre+ nama jabaa irra,Namni aarii isaa toʼatus* nama magaalaa injifatu irra wayya.+
24 Nama dafee aarutti hin michoominYookiin nama dheekkamsa jaallatuu wajjin hin taʼin;25 Kunis, akka ati matumaa daandii isaa hin baranneefKiyyoo keessas akka of* hin galchineefi.+
11 Namni gowwaan miira* isaa hundumaa gad baasa,+Namni ogeessi garuu tasgabbiidhaan miira isaa qora.+