Fakkeenya 16:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Namni dafee hin aarre+ nama jabaa irra,Namni aarii isaa toʼatus* nama magaalaa injifatu irra wayya.+ Yaaqoob 1:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Yaa obboloota koo jaallatamo, kana beekaa: Namni hundi dhaggeeffachuuf ariifataa, dubbachuuf suuta jedhaa,+ dheekkamuufis suuta jedhaa+ haa taʼu;
32 Namni dafee hin aarre+ nama jabaa irra,Namni aarii isaa toʼatus* nama magaalaa injifatu irra wayya.+
19 Yaa obboloota koo jaallatamo, kana beekaa: Namni hundi dhaggeeffachuuf ariifataa, dubbachuuf suuta jedhaa,+ dheekkamuufis suuta jedhaa+ haa taʼu;