1 Saamuʼel 22:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Kanaafuu, Daawit achii deemee+ gara holqa Adulaamitti+ baqate. Obboloonni isaa fi guutummaan mana abbaa isaa yommuu kana dhagaʼan gara bakka inni jiru sanaatti gad ni buʼan. 1 Saamuʼel 23:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Boodas namoonni Ziif gara Gibeʼaa+ gara Saaʼolitti ol baʼanii akkana jedhan: “Daawit as nutti dhihoo Hooresh+ keessa iddoowwan bira gaʼuuf rakkisaa taʼan, jechuunis tabba Hakiilaa+ isa kibba* Yeshiimonitti*+ argamu irra dhokatee jira mitii?+
22 Kanaafuu, Daawit achii deemee+ gara holqa Adulaamitti+ baqate. Obboloonni isaa fi guutummaan mana abbaa isaa yommuu kana dhagaʼan gara bakka inni jiru sanaatti gad ni buʼan.
19 Boodas namoonni Ziif gara Gibeʼaa+ gara Saaʼolitti ol baʼanii akkana jedhan: “Daawit as nutti dhihoo Hooresh+ keessa iddoowwan bira gaʼuuf rakkisaa taʼan, jechuunis tabba Hakiilaa+ isa kibba* Yeshiimonitti*+ argamu irra dhokatee jira mitii?+