LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 15:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Gosti Yihudaa akka maatii maatii isaaniitti dhaalli isaanii kana ture.

  • Iyyaasuu 15:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Yaarmut, Adulaam,+ Sookoo, Azeeqaa,+

  • 2 Saamuʼel 23:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Dura buutota 30n keessaa sadan isaanii yeroo midhaan sassaabamutti gara Daawit isa holqa Adulaamitti+ argamutti gad buʼan; gareen* Filisxeemotaa tokkos Sulula* Refaayim+ keessa buufatee ture.

  • Faarfannaa 34:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Rakkinni nama qajeelaa hedduu dha,+

      Yihowaan garuu hunduma isaa jalaa isa ni oolcha.+

  • Faarfannaa 56:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Ifa warra jiraatoo keessa Waaqayyo dura akkan deemuuf,+

      Duʼa irraa na* oolchiteetta,+

      Miila koos gufachuu irraa eegdeetta.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi