LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 49:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Yihudaan ilmoo leencaa ti.+ Yaa ilma koo, ati wanta adamsite irraa dhugumaan ol ni kaata. Inni akkuma leencaatti ni ripha; ni hihiixatas; inni akkuma leencaa ti; maarree isa kaasuuf eenyutu onnata?

  • 2 Saamuʼel 1:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Saaʼolii fi Yonaataan+ yeroo lubbuudhaan turanitti jaallatamoo fi bakka guddaa kan qaban* turan,

      Isaan yeroo duʼanittis addaan hin baane.+

      Isaan risaa caalaa kan saffisan,+

      Leenca caalaas jajjaboo turan.+

  • Isaayyaas 31:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Sababiin isaas, Yihowaan akkana naan jedheera:

      “Akkuma leenci, leenci saafelli cimaa taʼe wanta adamsee qabate irratti gururiʼutti,

      Yommuu guutummaan tuuta tiksitootaa isa irratti wal waaman

      Sagalee isaaniitiin kan kaʼe akkuma hin jeeqamnetti,

      Waca isaaniitiin kan kaʼes akkuma hin sodaannetti,

      Yihowaan Gooftaan Raayyaas

      Gaara Xiyoonii fi tabba ishii irratti waraana banuuf gad ni buʼa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi