LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 32:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Sana booda Yaaqoob karaa isaa qajeele; maleekonni Waaqayyoos isa argatan. 2 Yaaqoob akkuma isaan argeen, “Kun buufata Waaqayyoo ti!” jedhe. Kanaafuu, maqaa iddoo sanaa Mahaanaayim* jedhee moggaase.

  • Iyyaasuu 13:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Kana malees, Museen Gaadota warra gosa Gaad taʼaniif akka maatii maatii isaaniitti dhaala ni kenne;

  • Iyyaasuu 13:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Heshboon+ irraa hamma Raamaat Misphee fi Beetoniimitti, akkasumas Mahaanaayim+ irraa hamma daangaa Deebiritti;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi