-
Uumama 32:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Yaaqoob akkuma isaan argeen, “Kun buufata Waaqayyoo ti!” jedhe. Kanaafuu, maqaa iddoo sanaa Mahaanaayim* jedhee moggaase.
-
-
Iyyaasuu 21:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Akka kanaan Israaʼelonni akkuma Yihowaan karaa Musee ajajee turetti,+ magaalota kanaa fi iddoowwan dheedichaa isaanii carraadhaan Leewwotaaf ni kennan.
-