Faarfannaa 3:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yaa Yihowaa, kaʼi! Yaa Waaqa koo, na oolchi!+ Ati diinota koo hundumaa mangaagaa isaanii ni rukutta;Ilkaan hamootaas ni caccabsita.+ Fakkeenya 24:21, 22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Yaa ilma koo, Yihowaa fi mootii sodaadhu.+ Michuu mormitootaas* hin taʼin,+22 Sababiin isaas, badiisni isaanii akkuma tasaa ni dhufa.+ Lamaan isaanii* badiisa akkamii akka isaanitti fidan eenyutu beeka?+
7 Yaa Yihowaa, kaʼi! Yaa Waaqa koo, na oolchi!+ Ati diinota koo hundumaa mangaagaa isaanii ni rukutta;Ilkaan hamootaas ni caccabsita.+
21 Yaa ilma koo, Yihowaa fi mootii sodaadhu.+ Michuu mormitootaas* hin taʼin,+22 Sababiin isaas, badiisni isaanii akkuma tasaa ni dhufa.+ Lamaan isaanii* badiisa akkamii akka isaanitti fidan eenyutu beeka?+