2 Saamuʼel 13:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Abishaalom ilmi Daawit obboleettii bareedduu Taamaar+ jedhamtu qaba ture; Amnoon+ ilmi Daawitis jaalala ishiitiin qabame.
13 Abishaalom ilmi Daawit obboleettii bareedduu Taamaar+ jedhamtu qaba ture; Amnoon+ ilmi Daawitis jaalala ishiitiin qabame.