-
2 Saamuʼel 18:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Isaanis Abishaalomiin fuudhanii boolla guddaa bosona keessatti argamu tokko keessatti darbatanii tuullaa dhagaa guddaa isa irra tuulan.+ Israaʼelonni hundis gara mana mana isaaniitti baqatan.
-