LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 15:27, 28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Yommuu Saamuʼel garagalee deemuuf jedhu, Saaʼol fiixee uffata isaa qabate; uffatichis ni tarsaʼe. 28 Yeroo kanatti Saamuʼel akkana isaan jedhe: “Yihowaan harʼa bulchiinsa mootummaa Israaʼel si irraa tarsaaseera; inni nama si irra wayyuuf dabarsee ni kenna.+

  • 1 Saamuʼel 24:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Daawitiinis akkana jedhe: “Ati ana caalaa qajeelaa dha; sababiin isaas, ati gaarii kan naaf goote taʼus, ani garuu hamaan siif deebise.+

  • 1 Saamuʼel 24:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Ammas kunoo, ati mootii taatee akka bulchituu+ fi mootummaan Israaʼelis si harkaa akka hin baane nan beeka.

  • 1 Saamuʼel 26:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Saaʼolis, “Daawit yaa ilma koo, Waaqayyo si haa eebbisu. Ati dhuguma iyyuu wantoota guguddaa ni raawwatta, akkasumas ni moota” jedhee Daawitiif deebise.+ Sana booda Daawit karaa isaa irra buʼee qajeele; Saaʼolis iddoo isaatti deebiʼe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi