2 Saamuʼel 16:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Daawit yommuu Baahuriim gaʼu, maatii Saaʼol keessaa kan taʼe Shimeʼiin+ ilmi Geeraa gad baʼee Daawitiin abaaraa gara isaatti dhihaate.+
5 Daawit yommuu Baahuriim gaʼu, maatii Saaʼol keessaa kan taʼe Shimeʼiin+ ilmi Geeraa gad baʼee Daawitiin abaaraa gara isaatti dhihaate.+