LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 31:55
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 55 Achiis Laabaan ganama bariidhaan kaʼee ijoollee ijoollee* isaa+ fi ijoollee durbaa isaa dhudhungatee isaan eebbise.+ Sana booda isaan irraa addaan baʼee gara manaatti deebiʼe.+

  • 1 Saamuʼel 20:41
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 41 Tajaajilaan sun yommuu achii deemu, Daawit karaa kibbaatiin bakka achitti dhihoo jiru tokko irraa kaʼee ni dhufe. Achiis adda isaatiin lafatti gombifamee siʼa sadii ni sagade; isaanis wal dhungatanii walitti booʼan; caalaatti kan booʼe garuu Daawit ture.

  • Hojii Ergamootaa 20:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Hundi isaanii iyyuu akka malee booʼanii morma Phaawulositti maramanii isa dhungatan;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi