-
2 Saamuʼel 20:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Dhimmi isaa matumaa akkana miti. Kanaa mannaa, ilmi Bikrii inni naannoo gaarotaa Efreem+ irraa dhufee fi Sheebaa+ jedhamu tokko Daawit Mooticha irratti fincila* kaaseera. Isin namicha kana qofa harka kootti dabarsitanii yoo kennitan, ani magaalattii dhiisee nan deema.” Achiis dubartittiin Yoʼaabiin, “Kunoo, mataan isaa dallaa irraan siif darbatama!” jette.
-