LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 17:14, 15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Sanyiiwwan Yoseefis Iyyaasuudhaan, “Ati gaʼee tokko qofa carraadhaan+ akka dhaalaatti kan nuuf* kennite maaliifi? Yihowaan hamma ammaatti waan nu eebbiseef, nuti saba hedduu taaneerra”+ jedhan. 15 Iyyaasuunis, “Naannoon gaarotaa Efreem+ baayʼee waan isinitti dhiphateef, isin saba hedduu yoo taatan gara bosonichaatti ol baʼaatii biyya Pheriizotaa+ fi biyya Refaayim+ keessatti bosonicha ciraatii iddoo qopheeffadhaa” jedhee isaaniif deebise.

  • Abbootii Murtii 2:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Achiis Iyyaasuun ilmi Nuun inni tajaajilaa Yihowaa taʼe umurii isaa waggaa 110tti duʼe.+ 9 Kanaafuu, isaan naannoo dhaala isaa keessatti, jechuunis Timnaat Herees+ ishii kaaba Gaara Gaʼaashitti naannoo gaarotaa Efreem keessatti argamtu keessatti isa awwaalan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi