LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 19:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Mootichis deebiʼuuf karaa jalqabee Yordaanos gaʼe; namoonni Yihudaas mooticha simachuu fi gara Yordaanos gamaatti isa geggeessuuf gara Gilgaalitti+ dhufan.

  • 2 Saamuʼel 19:41, 42
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 41 Achiis namoonni Israaʼel hundi gara mootichaa dhufanii, “Namoonni Yihudaa warri obboloota keenya taʼan dhoksaatti si fudhatanii, mooticha, maatii isaa fi namoota isaa hundumaa Yordaanosiin kan ceesisan maaliifi?” isaan jedhan.+ 42 Namoonni Yihudaa hundis, “Kana kan goone mootichi fira keenya waan taʼeefi.+ Maarree, kun kan isin aarse maaliifi? Baasii mootichaatiin wanta nyaanne qabnaa? Moo kennaan nuuf kennameera?” jedhanii namoota Israaʼeliif deebisan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi