LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lallaba 9:14, 15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Magaalaa xinnoon dhiirota muraasa qabdu tokko jirti turte; mootii jabaan tokkos dhufee itti marsee naannoo ishiitti dallaa guddaa ijaare. 15 Namni hiyyeessi ogeessa taʼe tokko ishii keessa jira ture; innis ogummaa isaatiin magaalattii ni oolche. Taʼus namni hiyyeessa sana yaadate tokko illee hin turre.+

  • Lallaba 9:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Ogummaan meeshaawwan waraanaa irra wayya; namni cubbamaan tokko qofti garuu wanta gaarii hedduu balleessuu dandaʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi