2 Saamuʼel 8:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Yoʼaab+ ilmi Zeruuyaa itti gaafatamaa raayyaa waraanaa ture; Yoshaafaax+ ilmi Ahiluud immoo barreessaa seenaa ture. 2 Saamuʼel 19:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Amaasaadhaan+ immoo, ‘Ati lafee koo fi foon koo mitii? Kanaafuu, ati ammaa jalqabee bakka Yoʼaab+ buutee ajajaa raayyaa waraanaa kootii yoo taʼuu baatte, Waaqayyo adaba guddaa na haa adabu’ isaan jedhaa.”
16 Yoʼaab+ ilmi Zeruuyaa itti gaafatamaa raayyaa waraanaa ture; Yoshaafaax+ ilmi Ahiluud immoo barreessaa seenaa ture.
13 Amaasaadhaan+ immoo, ‘Ati lafee koo fi foon koo mitii? Kanaafuu, ati ammaa jalqabee bakka Yoʼaab+ buutee ajajaa raayyaa waraanaa kootii yoo taʼuu baatte, Waaqayyo adaba guddaa na haa adabu’ isaan jedhaa.”