2 Saamuʼel 15:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Mootichis Saadoq lubichaan akkana jedhe: “Ati nama mulʼata argu mitii?+ Nagaadhaan gara magaalattiitti deebiʼi; ilmaan keessan lamaan, jechuunis Ahimaʼaaz ilma kee fi Yonaataan+ ilma Abiyaataariin fudhadhuutii deebiʼi.
27 Mootichis Saadoq lubichaan akkana jedhe: “Ati nama mulʼata argu mitii?+ Nagaadhaan gara magaalattiitti deebiʼi; ilmaan keessan lamaan, jechuunis Ahimaʼaaz ilma kee fi Yonaataan+ ilma Abiyaataariin fudhadhuutii deebiʼi.