-
Leewwota 26:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 “‘Isin kana booda illee yoo na dhagaʼuu diddan, isa kanaan duraa irra harka torba caalchisee cubbuu keessaniif isin nan adaba.
-
-
Leewwota 26:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Lafti keessan firii ishii waan hin kennineef,+ mukeetiin biyya keessaniis firii waan hin godhanneef, isin akkanumaan humna keessan fixxu.
-