- 
	                        
            
            Ermiyaas 12:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
13 Isaan qamadii facaasan, garuu qoree galfatan.+
Of ni dadhabsan, garuu buʼaa hin arganne.
Dheekkamsa Yihowaa isa bobaʼuun kan kaʼe
Oomisha isaaniitti ni qaanaʼu.”
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Haagee 1:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
10 Kanaafuu, samiin isinii ol jiru fixeensa isaa isin dhowwate, laftis oomisha kennuu didde.
 
 -