1 Saamuʼel 9:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Saamuʼel yommuu Saaʼoliin argu, Yihowaan, “Namni ani, ‘Inni saba koo bulchu* isa dha’ jedhee sitti hime sun isa kana” isaan jedhe.+
17 Saamuʼel yommuu Saaʼoliin argu, Yihowaan, “Namni ani, ‘Inni saba koo bulchu* isa dha’ jedhee sitti hime sun isa kana” isaan jedhe.+